Xurree ittiin seenan

Breaking News

Leellistoonni Ol’aantummaa Adii Sirna Kutaa Kutaa Ayidaahoo Keessatti Keessatti Geggeessamerratti Qabaman 


Humnoonni mootummaa yeroo garee olaantummaa jarreen adii leellisan Aydaahootti to'annaa jala oolchan
Humnoonni mootummaa yeroo garee olaantummaa jarreen adii leellisan Aydaahootti to'annaa jala oolchan

As Yunaaytid Isteets Aydaahoo gama kaabaa cinatti sirna saboonummaa gaggeeffame irratti, miseensoonni garee olaantummaa jarreen adii leellisan fi bu’ursaa garichaa dabalatee kurna lama ta’an to’annaa jala oolanii jiru.

Kanneen mirga saala wal fakkaataan jaaleellawwan walii ta’u akka kabajamuu qabsa’an Dilbata kaleessaa akka jedhanti, addaan qoodamiinsii jiruu fi haallii siyaasaa sodaachisaa ta’e hawaasa isaanii balaaf saaxiluun isaa dabalaa jira jedhu.

Polisiin akka jedhutti, miseensoonii garee leellistoota warra adii 31 kanneen hidhannoo hokkaraa qaban to’annaa jala kan oolan, hoteela cinatti kokoolaataa fe’uumsa kan gidduu galeessaa irratti waa fe’aa akka jiran kanneen argan gabasuu isaan ta’uun ibsee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG