Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haalli Qabinsa Mirga Namoomaa Ertraa Daranuu Kan Hammaataa Jiru Tahuun Gabaasame  


FAAYILII - EBaqattoota Eertiraa waajjira Gamtaa Afrikaa Itoophiyaa fundura jirutti hiriira bahan, Itoohpiyaa, ,Waxabajjii 23, 2016.
FAAYILII - EBaqattoota Eertiraa waajjira Gamtaa Afrikaa Itoophiyaa fundura jirutti hiriira bahan, Itoohpiyaa, ,Waxabajjii 23, 2016.

Tokkummaa Mootummootaatti qorataan addaa haala mirga namoomaa Ertiraa, haali mirga namoomaa biyyattii keessaa daran hammaataa deemuu gabaasanii jiran.

Namoota humnaan waraanatti fo’achuun, seera-malee qabanii hidhuun, dhabamsiisuu fi dararuun dhiittaalee mirga namoomaa Ertiraa keessatti raaw’ataman keessaa haga tokko tahuu ibsa gabaasichi Koomishina Mirga Namoomaa Tokkummaa Mootummootaatti galfame, jedha gabaasnii Lisaa Shilaayin Jeeneevaa irraa ergite.

Guutuummaa isaa caqasaa.

Haalli Qabinsa Mirga Namoomaa Ertraa Daranuu Kan Hammaataa Jiru Tahuun Gabaasame
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:38 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG