Xurree ittiin seenan

Breaking News

Talaaliin Kooviid- 19 Ittsu Dubartoota Ulfaa ni Gargaara: Qorannaa Haaraa 


FAAYILII - Dubartii garaadhaa qabdu talaallii fufudhachaa jirtuufii namoota dabaree eeggatan, Guraandhala 15, 2922
FAAYILII - Dubartii garaadhaa qabdu talaallii fufudhachaa jirtuufii namoota dabaree eeggatan, Guraandhala 15, 2922

Dubartoonni ulfaa rakkoo fayyaa wal xaxaa fi du'a hordofsiisuu kan dhukkuuba KOOVIID-19 irraa dhufuuf saaxilamoo ta'u qorannaan dhiyeenya kana gaggeeffame hubachisee jira.

Qorannaan kun biyyoota Afrikaa Kanneen uffee sahaaraa gadii keessatti gaggeeffame. Gabaasa guutuu caqasaa.

Talaaliin Kooviid- 19 Ittsu Dubartoota Ulfaa Ni Gargaara:Qorannaa Haaraa
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:17 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG