Xurree ittiin seenan

Breaking News

Mootummaan Itiyoophiyaa fi Riphxeeloltoonni Tigiraay Marii Araaraatti Waan Dhihaatan Fakkaata Jedhame 


FAAYILII - Taankii waraanaa barbadaahe naannoo Humaraa, Caamsaa 1, 2021
FAAYILII - Taankii waraanaa barbadaahe naannoo Humaraa, Caamsaa 1, 2021

Riphxee-loltoonni Tigiraay haasaa Keeniyaan keessumsiistutti hirmaachuuf qophii tahuu isaanii eega beeksisanii booda, gareeleen Itiyoophiyaa keessatti wal-waraanan gara marii araaraatti waan dhihaatan fakkaata.

Ibsi gama Tigiryaa irraa bahe sun, eega Muummichi Ministaraa Itiyoophiyaa mootummaan koree gama mootummaa isaaniitii marii sanatti hirmaatu akka hundeessuuf jiran dubbatanii booda. Gabaasaan VOA, Henrii Wilkins dhimma kana irratti aangawoota mootummaa, namoota siyaasaa fi xiinxaltoota dubbisuun gabaasaa erge, Bafiqaaduu tu dhiheessa.

Mootummaan Itiyoophiyaa fi Riphxeeloltoonni Tigiraay Marii Araaraatti Waan Dhihaatan Fakkaata Jedhame
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:44 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG