Xurree ittiin seenan

Breaking News

Haleellaa Siriyaa Keessatti Raawwatameen Namoonni 13 Ajjeefaman 


Humnoota Siiriyaa Terkiin deeggatu gara shakkallii yeroo deeman suuraa samiirraa kaafame, Waxabajjii 2, 2022.
Humnoota Siiriyaa Terkiin deeggatu gara shakkallii yeroo deeman suuraa samiirraa kaafame, Waxabajjii 2, 2022.

Wixataa har’aa kaabaa Siiriyaa keessatti haleellaa konkola’ataa geejibaa ykn awutobusii irratti waaratameen loltootaa mootummaa 11 dabalatee namoonii 13 ajeefamuu isaanii dhaabanii odeeffannoo mootummaa siiriyaa ibsee jira.

Dhaabanii oduu mootummaa SANAn akka jedhetti haleelichii kan raawwate kutaa biyyatii Raaqaa keessaatti bakka Jabal- al- Baashirii jedhamutti.

Magaallii Raaqaa daangaa Siiriyaa fi Iraaq irratti kan argamuu yemuu ta’u, gareen Islaamiik isteet jedhamu akka magaalaa walakeesaa mootummaa isaatti kan fudhatuudhaa. Balaa guyyaa har’aa qaqqabe kanaaf amma ammaati itti gaafatamuumaa gareen fudhate hin beekamnee.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG