Xurree ittiin seenan

Breaking News

Paarkii Industrii Hawaasaa Keesssatti Hojjetoonni Warshaa Uffataa 3000 Akka Hojii Dhaaban Taasifaman


 FAAYILII - Paarkii Industirii Hawaasaa , Hawaasaa
FAAYILII - Paarkii Industirii Hawaasaa , Hawaasaa

Warshaan uffataa paarkii industirii Hawaasaa keessatti argamuu Beest Korpooreshiin hojjattoota 3000 hojii akka dhaabsise beekamee jira. Waligalteen daladalaa yunaayitid Isteets fi biyyootaan Afrikaa gidduu jiruu ykn AGOA jedahmee isa beekamuu keessatti Itiyoophiyaan akka hin hirmaanee mootumnaan Yunaayitd Isteets ugura kaa’een kan ka’e warshichii omishaa isaa bakka itti gurguru dhabuu isaa kan ibsee gabaasii Yoonaatan Zebidiyoos, warshichii carraa AGOA fayyadamuud omishaa isaa harka 100 gabaa Amerikaatti ergaa ture jedhera.

Itiyoophiyaatti hojii raawwachiiftuu Yunaayitid Isteets kan ta’an Ambasaader Treesii Jaakobson fi deetaan minsitiraa ministeeraa dhimmaa alaa Itiyoophiyaa Ambaasader Tesfaayee yilaam waa’ee AGOA irratti dhiheenyaa kana marii taasisuu isaanii mimisteerri dhimmaa alaa beeksisuu isaa fi Yunaayitid Isteets murtoo AGOA akka irra deebitee ilaaltuu Mootummaa Itiyoophiyaa gaafachaa jiraachuu isaa yoonaatan zebdiyoos Hawaasaa irraa gabaasera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG