Dura teesuun Koree mana maree bakka bu’ootaa Itsegenet Mangistuu bakkeewan namoottan too’annoo jala oolan itti hidhaman daawwachuu isaanii ibsaniir.
"Bakkii keessaa bulan, dhimii nyaataa, bishaaniif qulqulinaa bakka tokko tookkotti gaariidhaa. Kan fooyya’uu qabus jira. Akka isaan achi turan hin barbaadamuu. kan murtoo argachuu qabuu dhafee itti murtaa’ee gara mana amala sirreesatti akka dabarfaman, warri qulquluu ta’an immoo haalii isaanii qulqullaa’ee akka geggeesaman haasofneeraa.adeemsa irra jira," jedhaniru.
Tarkaanfii seeraa kabachiisuuf fudhatamaan jedhamee Kanaan shakkamtootaa too’annii jalaa olaan 12400 keessaa 3750 kan ta’an wabiidha fi haalaa qulquleeffanaa adda addatiin gadi lakisamuu isaanii komishiiniin poolisii naanichaa koree mana maree bakka bu’ootaatiif ibsuu isaa gabaasinii Asteer Misgaanaawu Ibseeraa.