Xurree ittiin seenan

Breaking News

Poolisiin Magaala London Lammiilee Naajeriyaa Lama Hidhuu isaa Ibsee Jira  


FAAYILII - Seneteraa aanaa kan ta’n Ike Ekweremadu, Waxabajjii 27, 2016.
FAAYILII - Seneteraa aanaa kan ta’n Ike Ekweremadu, Waxabajjii 27, 2016.

Lamiilee Naayijeeriyaa lamman yakkaa gurgurtaa qaama namaatii walqabatee mana murtitti kan dhiheese yemuu ta’u lamman isaanii keessaa tokkoo nama siyyaasaa akka ta’an ibsameeraa.

Nammii wagga 60 ogeessaa seeraa fi seneteraa aanaa kan ta’n Ike Ekweremadu jedhaman, akkasumas nama wagga 55 kan ta’an Beatiraayis Nwanikaa EKweremadu yakkaa ijoolleetti fayyadamuudhaan himateeraa.

Kamisaa kaleessaa mana murti Lixa magaalaa Londonitti argamuuti dhihaatanii Niyijeeriyaa keessaa akka jeraatan amnuu isaaniitif amma beellama isaanii Adoolessaa 17/2022 ti mana hidhaa akka turan BBCn gabaaseeraa.

Dhimmaa garbumaa hammayyaa irratti ji’a Caamsaa keessaa Odeeffannoon akka isa qaqqabee kan ibsii poolisiin London mucaa namoottan kana harkatii qabameera jedhe bakka nageenaa isaatiif mijataa ta’etti kaa’uu isaa ibseeraa.

Eke Ekweremaaduu dhiheenyaa kana Profeeserii daawwataa ta’anii yuniversitii Liinken isaa Kaaba Londonitii argamuu keessaa tajaajiluun isaanii ibsameeraa.

Yeroo ammaa Awurooppaa fi Eshiyaa keessatii qaamaa isaanii kan akka kale fi Onneef jechaa akka gurguraman gabaasamaa jiraachuun isa ani beekama.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG