Xurree ittiin seenan

Breaking News

Joo Baayidan fi Prezidaantiin Senegaal Maakii Saali Waliin Arganii Mari’atan  


Pirezdaantii Yunaaytid istees Joo Baayiden fi pirezdaantiin Senegaal Maakii Saalii harka oggaa wal-fuudhan, Waxabajjii 28, 2022
Pirezdaantii Yunaaytid istees Joo Baayiden fi pirezdaantiin Senegaal Maakii Saalii harka oggaa wal-fuudhan, Waxabajjii 28, 2022

Prezidaantiin Yunaayitid Isteets Joo Biydan prezidaantii Seenegaal fi duraa ta’aa gamtaa Afrikaa yeroo amma Makii saalii wajjin wal arganii maryachuu isaanii ibsii masaraa Waayit Haawus irraa bahee beekisisee jiraa.

Hoggantoonni lamman kan walarganii dubbatan walgahii biyyootan dureeyyii Torbaa ykn isaa G-7 jedhamee beekuu irratti akka ta’ae kan ibsee Waayit Haawus, waa’ee walwaraansii Raashaa fi Yuukreen gidduutti taasifamaa jiruu Afrikaa irratii hanqinaa midhaan nyaataa uumuu isaa fi dhimma warshaa talaallii kooviid 19 omishu seenegaal keessatti ijaaramu irrati.

Akkaataa nageenya midhaan nyaataa Afrikaa degeruun danda’amu irratt ibsii Walgahiin Biyyoottan dureeyyii baasee ijoo marii akka ture kan beeksise waayit Haawus Seenegaal Warshaa talaallii haraa ta’e keessatti talalii Kooviidiif dhibeeyyii biroo doozii miiliyooniitti lakkaawamuu waggaatii akkaataa omishuu danda’uu irratti dubbachuu isaanii ibseeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG