Xurree ittiin seenan

Breaking News

Kibba Itiyoophiyatti Aanga’onni Hidhamaman 


FAAYILII - Buufata filannoo Magaala Hawaasaa keessati, bara 2019
FAAYILII - Buufata filannoo Magaala Hawaasaa keessati, bara 2019

Walitti bui’insaa aanaa Daraashee keessatti uumaamee, darbiinsaa lubbuu namoottan hedduutiif saba ta’een walqabatee haanga’otaa 17 too’annoo jalaa oolchuu isaa Poolisiin bulchiinsaa naannoo Sabaa fi Sab lammii kibbaa Itiyoophiyaa ibsee jiraa.

Itti gaffatamaan dhimma nageenyaa naannichaa Obbo Alamaayyoo Baawudii miseensonii umna nageenyaa 23 ragaa wajin qabamanii too’annoo jala ooluu dubbatan.

Akka waliigalaatti walitti bu’iinsa Kanaan walqabatee namoonni 450 tooa’noo jalaa oluu isaani fi waltii bu’insaa sanaan miseensonni waraaaa feederaalaa fi miseensonni umnaa addaa naanichaa 72, akkasumas bulchaa aanaa dabalatee siviilonni heduun akka du’an Obbo Alamaayoo Baawudii ibsuu isaanii Yoonaatan Zebdiyoos gabaaseera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG