Xurree ittiin seenan

Breaking News

Wal-waraansa Waggoota Dabraniin Wal-qabatee Lammiileen Siriyaa Kuma 300 Du’uun Himame 


FAAYILII - Mooraa baqattootaa Siiryaa keessaa
FAAYILII - Mooraa baqattootaa Siiryaa keessaa

Waggoottan Kurnan darbaniif Siriyaa keessatti wal waraansaa tasifamaa tureen siviilonni Kuma 300 du’uu isaanii dhaabbata mootumootaa gantoomaniitti waajirii mirgaa namoomaa gabaasaa baseen ibsee jiraa.

Gabaasinii Lisaa Shilaayin Jeenevaa irraa qindeesitee akka jedhutti, siviilonii ammi kun kan du’an Bitootessaa 1, 2011 jalqabee amma bitootessaa bara 2021 ti.

Akka gabaasni mootummootaa gamtoomanii jedhetti lammiilee Siriyaa harka sadii keessaa harka lamma kan ta’n ykn namoonni Miiliyoonii 13.5 jireenyaa isaanii irra buqqa’anii kaan yemuu biyya gad lakkisanii bahan, Miiliyoonii 11kan ta’an fi yeroo amma biyyaa isnii keessatii buqqa’anii jiran gargaarsii akka barbachisu gabaasinni dhaabataa mootumootaa gamtoomanii kun hubachiiseeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG