Xurree ittiin seenan

Breaking News

Dhiibbaa Ulfa hin Barbaadamne Baasuuf Mirgi Kennu Ugguramuu


Dhiibbaa Ulfa hin Barbaadamne Baasuuf Mirgi Kennu Ugguramuu
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:19 0:00

Dhiibbaa Ulfa hin Barbaadamne Baasuuf Mirgi Kennu Ugguramuu

Seerri as Yunaayitid Iseetis keessatti ulfa hin barbaadamne baasuuf mirga kennu ugguramuun dhiibbaa inni biyyoota addunyaa keessatti qabaatu ilaalchisee gabaasaa Viktooriyaa Baalderaas Igliisiyaas qopheessitee fi Dhukkuba Monkii Paaks (monkey pox) jedhamu ilaalchisee gabaasaa Liisaa Shilaayin ergite Jaallannee tu duraa booda dhiheessa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG