Xurree ittiin seenan

Breaking News

Affaar Keessatti Dhuka’aan Waraansa Tigiraay Irraa  Lafa Keessatti Hafe Jiraattotarra Miidhaa Geessisuun Himame   


FILE - A child peeks from a tent at the internally displaced persons camp of Guyah, 100 kms from Semera, Afar region, Ethiopia, May 17, 2022.

Naannoo Afaar keessatti waraansa humnoota mootummaa Itiyoophiyaa fi humnoota Tigiraay gidduutti baatiilee kudha sagaliif geggeessame irraa dhuka’aan akkuma lafa keessa awwaalametti hafe uummata tikfatee-bulaa duraanuu caamaan rakkatutti rakkoo uumee jira.

Dhukaatonni kun dho’anii ijoollee fi beeladoota jalaa ajjeesuu himatan. Kun ammoo, akka namoonni yeroo caamaa kanatti bishaan waraabbachuu deemuullee sodaatan taasise – jedha, gabaasaan Henrii Wilkins Cifraa irraa erge. Caqasaa.

Affaar Keessatti Dhuka’aan Waraansa Tigiraay Irraa  Lafa Keessatti Hafe Jiraattotarra Miidhaa Geessisuun Himame 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:00 0:00

XS
SM
MD
LG