Xurree ittiin seenan

Breaking News

Gazeexxeessaa Tamsgeen Dassaaleeny Wabiin Akka Ba’u Muteeffamee Jira 


FAAYILII - Gazeexxeessaa Tamsgeen Dassaaleeny
FAAYILII - Gazeexxeessaa Tamsgeen Dassaaleeny

Wabii qarshii kuma dhibba tokkoon akka gaadhiifamu murteeffamuu abukaatoon Tamasgeen Obbo Heenook Akliiluu ibsanii kanas mana murtii Fedeeraalaa isa ramaddii Lidataa jiru kan waa’ee farra shororoorkaa fi dhimmi heera mootummaa ilaaluutu caalmaa sagaleen murteesse jedhan.

Garu yeroo falmiin gaggeeffamaa jiru hundatti Tamasgeen biyyaa akka hin baaneef Imigreeshiniif ajajajii kennamuu manni murtii beeksisee jira.Dhimma isaa hidhaa ala taa’uun hordoofuuf akka jiru ibsamee jira.

Gaazexxessaa Tamasgan irratti himatii yakkaa dhiyaate sadii ta’u fi isaanis, iccitii looltoota nama hin ehamamneef ykn uummataaf ibsuu, odeeffannoo sobaa fi namatti bitaacha’uu facaasuu fi gocha dhiibuu fi guddaa kan hin taanee gocha qoheessuu rawwachuu jedha.

Tamasgeen barruu Fitiih jedhamuuf daayreekteera olaanaa ture.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG