Xurree ittiin seenan

Breaking News

Izeemaan Hogganaa Filatee Jira 


Asxaa Izeemaa
Asxaa Izeemaa

Izeemaan kongreesa isaa isa jalqabaan profeesar Biraanuu Naggaa hogganaa partichaa akkasuama ObboYohannisa Mokonnan itti aanaa hogganaa gochuun filatee jira.’

Kaadhimamtonni lameen torbanneeniif duula na filadhaa gaggeessaa eega turanii booda, filannoo kaleessa gaggeeffameeti kana argamsisttu kana murteesse.Itti aanaa hogganaa partichaa kan turan Abduuaaleem Arraagee obbo Haabtaamuu Kitaabaa qabachuun kan dorgooman yoo ta’ u profeesar Birhaanuun injiifataman.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG