Xurree ittiin seenan

Breaking News

Manni-maree Bakka Bu’ootaa Mootummaa Itiyoophiyaa Koree Qorannnaa Hundeessuuf Murteesse.


The Ethiopian Parliament
The Ethiopian Parliament

Walgahiin addaa 6ffaan kan mana maree bakka bu’ootaa mootummaa Itiyoophiyaa biyyatti keessatti ajeechaa namoottan nagaa irratti raawwachaa jiru qoratee odeeffanoo fi yaadaa furmaataa ommatea fi mootummaadhaa kan dhiheesuu koreen addaa akka dhaabatuu murteesuun isaa beekameera.

Ajeechaawwan raawwatamaa jiran kan balaaleffataan miseensonni mana maree bakka bu’utaa gareewaan ajeechaa raawwatan addan baafamanii akka tarkaanfiin irratti fudhatamuu gaafachuu isaanii Kenedii Abatee gabaaseeraa.

Dhiheenyaa kana godinaalee wallaggaa keessatti ajeechaa namoottan nagaa irratti raawwatee ilaalchisee kan ibsa baasee fi ibsii isaa kunis kan walgahii mana maree bakka bu’ootaa irratti dubbifame Paartiin Sochii biyyaleessaa Amaaraa/ ABN godinaalee wallaggaa keessatti labsiin yeroo atattamaa akka labsamuu, gochichii yakka duguuggaa sanyii jedhamee akka waamamu, guyyaan gaddaa biyaalesaa a kka labsamuu gaafachuu isaa gabbasinii Kenedii Abaatee ibseeraa.

ABO tibbanaa ibsaa baaseen hidhattoonii naanoo Amaaraa garaa naannoo Oromiyaatii akka seenan taasifamaa jiraa jechuu isaa kan eeree gabaasni kun, dhimma kana irratti durataa’aan paartii ABN Dr. Belexee Mollaa deebii itti aanu kennaniiru.

jedhan

Hidhattoonni naanno Amaaraa garaa Oromiyaatti seenaa jiru ibsaa jedhuu fi Ajeechaa Godinaalee wallagga keessatti raawwate Ilaalchisee gaafii partiin ABN dhiheeseeef Mootuummaa feederaalaa iraa ibsii keenamee akka hin jiree gabbasin kenedii Abaatee ibseeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG