Xurree ittiin seenan

Breaking News

UNICEF Lammiilee Itiyoophiyaa Gargaaruuf Hanqina Maallaqaa Akka Qabu Ibsee Jira


UNICEF
UNICEF

Dhaabbata mootummoota gamtoomanitti dhaabbanii dhimma daa’immanii irratti hojjatuu UNICEF lammilee Itiyoophiyaa beelaan miidhamaa jiran gargaaruudhaaf deggersaa maalaqaa isaa barbaachisu argachaa akka hin jirre beeksisee jira.

Itiyoophiyaatii bakka bu’aan UNICEF Jiyaan fraanko Rootijliano bilbilaan odeeffanoo VOA dhaaf kennaniin bara 1981 as yeroo jalqabaatiif hongee biyyatti muudateen namoonni miiliyoonii 10 ta’an gargaarsaa kan barbaadan akka ta’an Lisaa Shilayyin gaabastee jirti.

Rakkinaa hongeedhaan walqabateen kan ka’ee daa’imaan 600,000 ta’an dukubootaan nyytaa gahaa dhabuu iraa kan kan esaan muudhateef ykn hanqina waldhaansaatii kan ka’ee du’aaf saaxilamanii jiru.

Akka bakka bu’an UNICEF kun Fenfinnee irraa ibsanitti dhaabanii isaanii rakkiinicha furuudhaaf deggersa Dolaaraa miiliyonii 351 gaaftee amma ammatti kan argachuu danda’ee garuu Doolaraa Miiliyoonii 55 qofa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:44 0:00
More
XS
SM
MD
LG