Xurree ittiin seenan

Breaking News

Miseensii Gameessii Paartii Baaytonaa Finfinnee Keessatti Hidhaman


FAAYILII - Hooggantoota paartii Baaytonaa ibsa yeroo kennan
FAAYILII - Hooggantoota paartii Baaytonaa ibsa yeroo kennan

Miseensi gameessii paartii mormituu Baaytonaa Tigraay Kibroom Berhe Wiixata darbe qe’ee isaanii Finfinnee humnoota nageenyaatiin to’annoo jala ooluu isaniipaartiin kun ibseera.

Hogganaan kutaa seeraa dhaabichaa Obbo Yoseef Haayile sillaasee RSAf akka himanitti, humnoonni nageenyaa jalqaba haadha warraa isaanii akka dhiheessitu gaafachuun to’annoo jala oolan. Booda irra Kibrom poolisiitti harka eega kennanii kaasee waajjira poolisii Akaaki Kaalitiitti hidhamanii jiru. Paartiin isaaniisababa hidhameef hanga ammaatti hin ibsine.

Dubbi himaan poolisii Finfinnee Itti aanaan ajajaa Marqoos Taaddasaa RSAtti akka himanitti, waa’ee to’annoo jala oolf gamuu isaanii kana gaafachaa jirra jedhan.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG