Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muumeen Ministiraa Itiyoophiyaa Duraanii Mana-Murtiitti Dhihaatan


FAAYILII - Muumee misitiraa Mootummaa Itiyoophiyaa duraanii Hayilemariyaam dassalenye
FAAYILII - Muumee misitiraa Mootummaa Itiyoophiyaa duraanii Hayilemariyaam dassalenye

Muumeen misitiraa Mootummaa Itiyoophiyaa duraanii Hayilemariyaam dassalenye, dhimmaa hogganaa dhuraanii dhaabataa Meetek, jeneraal Kinfee Daanyeewu irratti raga bahaa himatamaa ta’anii mana murtiitti dhihaataniruu.

Dhimmi Obbo Hayilemaariyaam raga bahuudhaaf mana murtiitti dhihaatan wa’ee bitta fi gurgurtaa dooniwwan dhaabaata tajaajilaa geejiba galaanaa Itiyoophiyaa ilaalchisee himanaa abban alangaa Jeeneraal Kinfee Daanyewu irratti dhuyeesee irrati. Abban alaangaa bidiruuwan laman sun gatiin isaanii ittuu birrii miiliyoonii 500 ta’ee jiruu Meetek kan bitee Birii Miliyoonii 60 qofaan jechuudhaan himannaa malaanmaltummaa hogganaa dhaabataa Meetek duraanii irratii dhiheesuu isaa Gebremikaa’el Gebremedihiin Finfinnee iraa gabaaseera.

Muumeen ministeeraa taayita irra jiruu ykn taayitaa irraa bu’ee yemuu himatamaa mootummaantiif raga ittisaa ta’anii dhihaatan Obbo Hayilemaariyaam isaan jalqabaatii jedhameera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG