Xurree ittiin seenan

Breaking News

Qonnaan-bultoonni Somaaliyaa Beeladaaleen Isaanii  Hongeen Dhumnaan Mooraa Buqqaatotaatti Galuu Isaanii Dubbatan


Qonnaan-bultoonni Somaaliyaa Beeladaaleen Isaanii  Hongeen Dhumnaan Mooraa Buqqaatotaatti Galuu Isaanii Dubbatan 
please wait

No media source currently available

0:00 0:03:01 0:00

Qonnaan-bultoonni Somaaliyaa Beeladaaleen Isaanii  Hongeen Dhumnaan Mooraa Buqqaatotaatti Galuu Isaanii Dubbatan 

Somaaliyaan keessumaa yeroo ayyaana Id Al Adahaa beeyladaalee gara Giddu Galeessa Bahaatti erguudhaan beekamti.

Garuu hongee hamaan Gaanfa Afrikaa mudate beeylada miliyoonaan lakkaa’aman fixee, qonnaan bultoonni beeyladaalee horsiisan kanneen Somaaliyaa keessaa rakkoof saaxilee jira.Kaan isaanii illee mooraa namoota qe’ee irraa buqqa’anii keessa jiraachuuf dirqaman.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG