Xurree ittiin seenan

Breaking News

Obbo Kibroom Berhe Essa Akka Jiran Dhabne Jedhu, Maatiin Isaanii


Faayilii: obbo Kibroom Berihee
Faayilii: obbo Kibroom Berihee

Hogganaan Hariiroo haajaa Alaa Paartii Bitoonaa Kibrom Berhe erga torban darbe mana hidhaatti eega geeffamee as ammallee bakka inni jiru barbaachaa akka jiran maatiin RSA himanii jiru.

Dubbi himaan Poolisii Finfinnee fi Poolisii Federaalaa odeeffannoo tokkollee hin qabnu jedhan. Namoonni dhuunfaa 21 Obbo Kibrom waliin hidhamanis eessa akka jiran hin beekamu jechuun miseensonni maatii mirkaneessaniiru.

Akka gabaasa jalqabaatti Kibrom qe'ee isaatii ergamtoota nageenyaatiin fudhatameera jechuun. G/Mikaa’el G/Medhin Finfinnee irraa gabaaasee jira.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG