PirezidaantiinAmerikaaJoo Baayidan Jimaatahar’ahogganaa Falasxiin Mahmuud AbbaaswaliinWest Baankiikeessattiwal ciina dhaabachuunfurmaataIsraa’eelii fi Falisxinootaafhojjetuarguu isa jedhudeggeruu ittin fuufa jechuun kan dubbatan yoo ta’u, “fagoo fakkaachuu danda’a” jechuun beekamtii kennaniiru.
Ummanni Falasxiin amma miidhamaa jirakan jedhan Baaydiin,Gaddaa fi mufannaa keessaniyyusitti dhaga’amuu danda’a.,Ameerikaatti nutti dhagaʼamuu dandaʼajedhan.
Marii kallattiin mootummaa Israa’elfimootummaa Falasxiingiddutti jalqabamuu akka qabu, kunis biyyootawalittiaanuun daangaa irratti walii galamee fi eegame qabaachuun nagaan jiraatan argamsisuuf gargaara jedhan Baaydiin.
Abbaasgama isaaniin amma Isra’eel lafa keenya weeraruu isheettifulleeffachuu qabna . Akka biyya seeraan ol jirtuutti of ilaaluu hin qabdu jedhan.