Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaan Afrikaaf Gargaarsa Akka Kennitu Beeksiifte


UGANDA
UGANDA

Ministira Dhimma AlaaAmerikaa keessattiBiiroo Baay’ina Uummataa, Baqattootaa fi Godaansaaf itti aantuu ministeeraa kan ta’anJuuliyeetaa Vaals NoyesYunaaytid Isteetsiin bakka bu’uun, har’a Yugaandaa Kaampaalaa keessatti,akka labsanti,gargaarsa namoomaa Afrikaaf karaa Ministeera Dhimma Alaa fi Ejensii U.SMisooma (USAID)Amerikaan Doolaara Miliyoona 500 fi Miliyoona 92 akka kennitu ibsan

Gargaarsi kun baqattoota, koolu galtoota, namoota biyyaofiikeessaa buqqa’an, namoota biyya hin qabne, namoota humnaan buqqa’anii fi ari’atamaa jiran guutuu Afrikaa keessatti, kanneenkutaaGaanfaAfrikaa, Saahel, fi haalawwan ariifachiisaa birootiin miidhaman dabalatee deeggarsa lubbuu baraaruu ni kenna.

Ugaandaan ammallee baqattootaa fi koolu galtoota miliyoona 1.5 keessummeessuun guddaa taatee jirti.

Ugaandaa dabalatee Afrikaa keessatti rakkoo gargaarsa namoomaaf xiyyeeffannoon addunyaa hir’achuu isaatiin Ameerikaan yaaddoo qabdi.Jalqaba waggaa kanaaqabeelakkoofsi namoota haaraa Rippabiliika Dimookiraatawaa Koongoo fi Sudaan Kibbaa irraa dhufanugaandaa keessattidabalaa dhufe 71,000 ol gaheera.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG