Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalaa Gaambeellaa Keessatti Sochiin Sa’aatiin Daangessame


Magaalaa Gaambellaa keessatti sa'aatiin itti socho'an daangeffamuu, Waajjirri Komunikeeshinii Naannoo Gaambellaa beeksise. Hoogganaan waajjirichaa Obbo Ugatuu Ading, "galgala sa'aatii lamarraa hanga barii sa'aatii kudha tokkoofi walakkaatti, Ambulaansiifi Konkolaataa humnoota naga eegumsaa irraa kan hafe, sochiin namaas tahe konkolaataa daangeffamee jira," jedhan.

Magaalaa Gaambeellaa Keessatti Sochiin Sa’aatiin Daangessame
please wait

No media source currently available

0:00 0:02:28 0:00

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG