Xurree ittiin seenan

Breaking News

Tigraay Keessatti Gaazexeessonni Hidhaman Mana Murtiitti Dhihaatan


Gaazexeessoonni telvijiinii Tigraay hojjachaa turani fi guyyoottan Shanatamii Sadan darbaniif Tigraay keessatti manna hidhaa turan Shan keessaa Sadan isaanii manna murtiitti akka dhihaatan gabbasinni Mulugeetaa Atsibahaa Maqalee irraa ergee ibsee jiraa.

Gaazexeessaa Teshoomee Xaa’im yaallewu, Hayilemikaa’el Gessesee fi Misgaanawu Siyum ergaa hidhamanii yeroo Torbaaf mana murtiitti dhihaatanus ittu himannan irratti hin dhihaatin turanii guyaa har’aa’ himannan jedhuu irratii dhihaachuu isaa maatiwwan gaazexeessootaa wabeefachuudhaan Mulugeetaa Atsibahaa ibesseera.

Kan hojii isaanii irraa haryatamanii turan Gaazexeessaa Habeen Haallefoom fi Daawit Tsegaayee amma ammatti mana murtitti ituu hin dhihaatin mana hidhaa keessa jiru.

Abukaatoon Habeen Haallefoom akka VOA ti himaniitti maammillii isaanii hidaa guyaa 51 keessatti kan mana murtiitti dhihaate yeroo 13 fi ta’us amma ammaahtii himmannaani irratii hin dhihaanne.

Gaazexeessoonii himannan irratti dhihaatee labsii yeroo atattamaa mootumaan naannoo Tigraay baaseen waan ta’eef mirgii wabii isaanii akka eegamuuf hin danda’amnee gabbasii mulugeetaa Atsbihaa ibseeraa.

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG