Xurree ittiin seenan

Breaking News

Jilli Embasii Ameerikaa Ka Finfinneetti Argamu Gondoriin Daawwataa Jira


Jilli Embasii Ameerikaa Ka Finfinneetti Argamu Gondoriin Daawwataa Jira
please wait

No media source currently available

0:00 0:00:38 0:00

Jilli Embasii Ameerikaa Ka Finfinneetti Argamu Gondoriin Daawwataa Jira

Jilli bakka buutuu embasii Ameerikaa Finfinneetti argamu Ambaasaaddar Tracey Jacobson tiin durfamu magaalaa seena qabeettii Gondar naannoo Amaaraa daawwachaa jira.

Sagantaan daawwannaa jiral kana mooraa buqqaatotaa biyya ofii keessatti qe’ee irraa buqq’an kan Dabat illee ni dabalata.

Ambaasaaddar Traasii hoggantoota mooraa fi dubartoota biyya ofii keessatti qe’ee irraa buqqa'an waliin mari'ataniiru. Gama biraatiin ammoo Yunaayitid Isteetis har’a deeggarsa rakkoo nyaataa Ityoophiyaaf kan oolu doolaara miiliyoona 55 dabalataa akka kennitu beeksifteetti jechuun Aster Misganaaw gabaasteetti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:51 0:00
More
XS
SM
MD
LG