Xurree ittiin seenan

Breaking News

Giifti Dureen Yukireen Seera Tumtoota Yunaayitid Isteetisiif Haasaa Dhageessisuuf Jiru


Giiftii Dureen Yukireen Olena Zeleniskaa yeroo Mana Maree Yunaaytid Isteetsif ibsa kennan, Waashingitan Diisii, Adoolessa 20, 2022.
Giiftii Dureen Yukireen Olena Zeleniskaa yeroo Mana Maree Yunaaytid Isteetsif ibsa kennan, Waashingitan Diisii, Adoolessa 20, 2022.

Seera tumtonni Yunaayitid Isteetis roobii har’aa giiftii duree Yukireen Olena Zelenska yeroo isaan mana mareef ibsa kennan dhaggeeffachuuf jiru.

Pirezidaantiin Yukireen Volodymyr Zelenskyy haasaa kanaan dura ibsa kennaniin, Zelenskaan haadholii fi dubartoota Yukireen hunda bakka bu’uun akka dubbatan dubbataniiru. Akkasumas warra murteen U.S. harka isaanii jiruun illee dhageettii ni argata jedheen abdadha jedhan pirezidaantichi.

Af-yaa'iin mana maree Naansii Peeloosii miseensonni mana maree fi Seenetii hundi akka irratti hirmaatan jajjabeessanii, ''kallattiin Giiftii Duree Zelenskaa irraa dhaga'uuf, waa'ee balaa hamaa weerara Raashiyaatiin dhaqqabee caalaatti hubachuuf akkasumas ummanni Yukireen qabsoo Dimookiraasiif godheef galata keenya ibsuuf carraa gaarii dha jedhan.”Zelenskaan giiftii duree Jiil Baayidan waliin Kibxata darbe Waayit Haawusitti wal arganii turan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG