Kan bara Wal-waraansaa Yunaayitid Isteetis booda foyyessama heeraa biyyattii 4ffaa irratti hundaa’uudhaa kan bahe mirgi ulfa of-iirraa baasuu bara gabrooomfannaa nama hundaatiif walakkaa jaarraa tokkootiif hojjetaa ture.
Mirgi kun dhiheenya Mana-murtii Muummichaa Yunaayitid Isteetisiin gargalfamuun akka dubartoonni akka baroota gabrummaa sanaatti fedha malee ijoollee da’uuf dirqamuu malan, jedhan – qeeqxonni.
Forum