Kamisa kaleessaa galgalaa amma jimaataa har’aa ganamatii magaalaa guditti LibiyaaTiripooli keessatti gareewan hidhatootaa lamma gidduutti waltii bu’insa umameen namoonni Sagala du’anii ijoollewan dabalatee namoonni 25 madaa’uu isaanii dhaabanii oduu Ajaans Firaans Prees /AFP ibseeraa.
Waltii bu’insichii kan uumamee ganda baha Tiripoolii keessa jiruufii jiraatonii heddumatanii keessa jiran Ain Zaaraa keessatti yemmuu ta’u gareen umna Al Raadaa jedhamuu fi biirgedii warraaqa Tiripoolii waltii dhukaasaa akka turan gabaasalee midiyaa wabeffachuudhaan AFPn gabaseera.
Gareewwan wal waraansa keesaa seenan lamman deggertoota mootumaa waligaltee biyaalesaa isaa Abdulhaamiid Dbeibatin durfamuu akka ta’an ibsamera.sababinii waltii bu’insaa isaanii addan bahee hin himamne.
Forum