Xurree ittiin seenan

Breaking News

Muummichi-ministaraa Palastaayin Hariiroolee Giddu-galeessa Bahaa Keessaa Irratti  Sagalee Ameerikaaf Ibsa Kennan


Muumichi-ministaraa Palastaayin Mohaammad Ishiteyaa haalaa nageenyaa Giddu-galeessa Bahaa, keessumaa waa’ee hariiroo Yunaayitid Isteetis fi biyyoottan Araabaa gidduu, akkasumas hariiroo biyyoonni Arabaa tokko tokko Isiraa’el wajjin qaban irratti Sagaalee Ameerikaaf ibsa kennanii jiru. Waayit Haawusitti, odu-gabaastuu VOA Paatsii Widaakus gaaffi fi deebii taasisanii hoogganicha Palastaayin waliin geggeessite haga tokko fudhannee jirra.

Muummichi-ministaraa Palastaayin Hariiroolee Giddu-galeessa Bahaa Keessaa Irratti  Sagalee Ameerikaaf Ibsa Kennan
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:05 0:00

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG