Xurree ittiin seenan

Breaking News

Karoora Mootummaan Itiyoophiyaa Naannoo Ummattoota Kibbaa Irra Deebiin Gurmeessuun Kan Hunda Hirmaachise Ta’uu Qaba Jedhu Mormitoonni


FAAYILII - Filannoo rifirandamii naannoo Sidaamaa irratti buufatoota filannoo keessaa tokko, Hawaasaa, Sadaasa 19, 2019
FAAYILII - Filannoo rifirandamii naannoo Sidaamaa irratti buufatoota filannoo keessaa tokko, Hawaasaa, Sadaasa 19, 2019

Paartiin mormituu Gedi’oo paartiin dimokraasummaa karoora Naannoo sabaa fi Sablammootaa fi Ummatoota Kibbaa irra deebiin gurmeessuu ilaalchisee mootummaan adeemsa hunda hammate akka hordofu gaafateera.

Mootummaan Itiyoophiyaa kanaan duras godinaa Gedi’oo kanneen irra deebiin gurmaa'an keessaa tokko akka ta'u beeksisee ture. Dura taa'aan paartii mormituu Gedi’ooo kan paartii dimokraasummaa fi miseensi paarlaamaa federaalaa Aleessa Mengesha VOA'tti akka himanitti garuu namoonni godinicha keessa jiran waa'ee karoora mootummaa ilaalchisee akka ifaa hin ta’iniif dubbataniiru. Magaalaa guddoo godina Dilaa keessaa yoo xiqqaate namoonni 13 to'annoo jala oolaniiru jechuun Yoonaatan Zebidiwoos gabaaseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG