Ministarichi Dhimma Aalaa Raashiyaa Kibxata kaleessaa galgala keessa ennaa Finfinnee seenan Minaaistara Dhimma Alaa Itiyoophiyaa fi Itti-aanaa Muummee-ministaraa Dammaqee Mekonnin fi aangawoota mootummaa kanneen biroon simatan.
Daawwannaan isaanii Itiyoophiyaa, Mr. Laavirooviif daawwannaa biyyoota Afrikaa keessatti gidduu kana deemisan keessatti ka biyya afuraffaa ti. Daawwannaan isaanii hidhata Raashiyaan biyyoota Afrikaa waliin qabu daran cimsuu fi waransa biyyi isaanii Yaukireen waliin geggeessaa jirtu ilaalchisee deggersa hawachuuf akka tahetti hubatama. Mr.
Har’a Finfinnee seenuu isaanii ilaalchisee, gaaffii fi deebii gabaasaa keenya achi jiru, Galamoo Daawit waliin Bafiqaaduun deemsise caqasaa.
Forum