Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaan Atileetota Ishee Injifannoon Galan Kabajaan Simatte 


Itiyoophiyaan Atileetota Ishee Injifannoon Galan Kabajaan Simatte 
please wait

No media source currently available

0:00 0:05:40 0:00

Itiyoophiyaan Atileetota Ishee Injifannoon Galan Kabajaan Simatte 

Itoophiyaan har'a atileetota Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa ka biyya Ameerikaa kutaa Origaaniitti gaggeeffamaa turetti hirmaatanii deebi’aniif simannaa taasistee jirti. Kan sirnicha masaraa mootummaa keessatti geggeessame irratti argamuun haasawa dhageessisan – Prezidaantiin Itiyoophiyaa, Saahilawarq Zawudee, injifannoon atileetota Itiyoophiyaa kanaan argamu, kan badhaasa medaaliyaa warqeetii olii akka tahe dubbatan. Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itoophiyaa Koomandar Daraartuu Tulluu simannaa godhameef galateeffachuun, “Atileetonni dhalattoota Tigiraay injifatanii galan, gammachuun isaanii guutuu tahu, haalli itti warra isaanii wajjiin wal argan miijeffamuu qaba,” jettee jirti.

Forum

XS
SM
MD
LG