Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaa Keessatti Doorsisni fi  Reebichi Akka Irratti Geggeessame Gaazzexeessaan Lammii Alaa Tokko Dubbate 


Itiyoophiyaa Keessatti Doorsisni fi  Reebichi Akka Irratti Geggeessame Gaazzexeessaan Lammii Alaa Tokko Dubbate 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:41 0:00

Itiyoophiyaa Keessatti Doorsisni fi  Reebichi Akka Irratti Geggeessame Gaazzexeessaan Lammii Alaa Tokko Dubbate 

Doorsisni, reebichi fi hiraarsi karaa marsaa interneetii gaazzexeessota irratti geggeessamu, gabaasaalee oduu hojjechuu rakkisaa taasisee jira, jedha, gaazzexeessaan lammii alaa baatii Caamsaa dabree Itiyoophiyaa dhaa hari’atamee bahe. Barruulee addunyaa irratti beekamaa “The Economist” jedhamuuf gabaasaa ka tahe – Toom Gaardiner, biyyattii dhaa bahuu isaa dura doorsisamuu fi reebamuu dubbata.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG