Xurree ittiin seenan

Breaking News

Buqqaatonni Gondor Keessaa Gargaarsa Argataa Hin Jirru Jedhu


FAAYILII - Namoota bakka midhan nyaataa rabsamu jiran, Dasee, Naannoo Amaaraa

Buqqaatota kumaatamaan lakkaawaman kanneen magaala Gondar keessa qubatanii jiran, baatii jahaaf gargaarsa nyaataa hin arganne jechuun komee dhiyeessan.

Sababaa walitti bu'iinsa Kaaba Itiyoophiyaatiin Tigraay keessaa baqachuuf dirqaman dhalattoonni Amaaraa kuma sadii ta'an baatrilee 18 oliif magaalaa Gonder Azezo keessa qubatanii jiru.

Biiroon Bulchiinsa Sodaa Balaa Naannoo Amaaraa, uummata qe’ee ofii irraa buqqa’e kan naannicha keessa jiran hunda deeggaruuf qabeenya hin qabnu jedhe jechuu dhaan Asteer Misgaanaaw bakka qubsuma yeroofii sana daawwachuun gabaasteetti.

Forum

XS
SM
MD
LG