Xurree ittiin seenan

Breaking News

Daraashee Keessatii Namoonii 8 Humnoota Nageenyaatiin Ajjeefaman Jedhame  


Bulchiinsaa naannoo Sabaa fi sab- lammii kibba Itiyoophiyaa aanaa addaa Daraashee keessatti walti bu’insaa umnoottan nageenyaa fi namoottan dhuunfaa walti bu’insaa kanan duraa tureen shaakaman gidduutti taasifameen namoonni Saddeet ajjeefamuu isaanii Yoonaatan Zebdiyoos Hawaasaa irra gabaaseera.

umnoottan nageenyaa mootummaa namoottan meeshaa waraanaa harkaa hinqabnee irratti dhukaasaa bannanii ajjaechaa raawachuu isaanii jiraattonnii VOAti himanii jiru.

Waxabajii darbe daangaa anaa addaa darashee fi Godinaa Konsoo irratti walti bu’insa ummameen Bulchaa aanaa Darashee dabalatee siviilonnii hedduun hidhattootan ajjeefamuu isaanii kan ibsee gabaasnii Yoonaatan Zebdiyoos dhiheenyaa kana bulchiisin Siviilotaa aanaa Darashee keessatti deebi’ee dhabachuu isaa yaadachisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:52 0:00
More
XS
SM
MD
LG