Xurree ittiin seenan

Breaking News

Antoonii Bilinken Biyyoottan Afrikaa Sadii Daawwachuuf Jiru 


FAAYILII - Ministirri Dhimma  Alaa Yunaayitid Isteets, Antonii Bilinken

Ministirri dhimma alaa mootummaa yunaayitid Isteets Antonii Bilinken biyyoottan Afrikaa sadii turban dhufu keessa daawachuuf akka deeman ibsamee jira.

Odeeffannoon Ministeeraa dhimma alaa Yunaayitid Isteets irraa bahee akka ibsutti , Bilinken daawwanaa isaanii Afrikaa kibbaatii keessatii Yagayyaa 7 ammma hagayya 9 tassisuuf kan deeman yemmuu ta’u, walgahiin isaan haanga’otaa mootummaa biyyatti fi miseensotaa jarmiyaalee hawaasaa wajjin taasisan magaala Peritoriyaa fi Johaanisberg keessatti akka beekameeraa.

Bilinken daawanaa isaanii amma hagayyaa 11 bara 2022 itti fufu Kanaan Repabiliikii Demokiraatawaa Koongoo fi Ruwaandaa keessa akka turan gabasiinii Ministeraa dhimma alaa Yunaayiti Isteets irra bahee beeksiseera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG