Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalonni Afur Magaalota Guddoo Mootummaa Naannoo Tokkoo Tahuuf Jiru


FAAYILII - Marfata Summuudaa, Hawaasaa, Sadaasa 19, 2019
FAAYILII - Marfata Summuudaa, Hawaasaa, Sadaasa 19, 2019

Bulchiinsii naannoo kibba- bahaa Itiyoophiyaa inni dhiheenyaa kan hundeeffame senaa bulchiinsa kutaa biyyatti keessatti naannoo maagaala guddaa Afur qabuu ta’uuf deemaa akka jiru ibsamee jira.

Akka gabaasinni Yoonaatan Zebdiyoos Hawaasaa irraa ergee jedhutti, magaalli Boongaa,Terchaa, Miizaan fi Teeppin beekumsaa walqixa ta’ee qabaatanii magaalota guddoo naannichaa akka ta’an yaadni mana maree naannichaatiin dhihatee muldhisee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG