Xurree ittiin seenan

Breaking News

Hooggantuun Ministrii Dhimma Alaa Mooraa Baqattoota Itiyoophiyaa Daawwatan


Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetistti itti aantuun ministriaa kan Biiroo Uummataa, Baqattootaa fi Godaantotaa Elizaabeet Kaampbeel
Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetistti itti aantuun ministriaa kan Biiroo Uummataa, Baqattootaa fi Godaantotaa Elizaabeet Kaampbeel

Ministeera Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetistti itti aantuun ministriaa kan Biiroo Uummataa, Baqattootaa fi Godaantotaa Elizaabeet Kaampbeel torban kana keessa kaampii baqattootaa daawwachuu fi muuxannoo baqattootaa biyyattii irratti hubannoo gadi fagoo argachuuf Itiyoophiyaa daawwataniiru. Ennaa daawwannaa isaanii kanatti Kampbel itti aanaa prezidaantii naannoo sanaa Taankuweey Jook tajaajila baqaattootaa fi baqaa deebii kan UNHCR waliin ta’uu dhaan Hagayya tokkoo fi lama bara 2022 mooraa Nguenyii daawwataniiru.

Itti aansee, Itti aantuu hooggantuu ergama Imbaasii ka Finfinnee jiru, Fiyoonaa Eevaans waliin Hagayya 3, 2022 naannoo Affaar, Semeraatti daawwannaa taasisaniiniiru. Turtii isaanii Itiyoophiyaa keessa iddoowwan Finfinnee keessa jiran daawwachuun xumuran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG