Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ministarri Dhima Alaa Yunaayitid Isteetis Daawwanaa Isaanii Afrikaa Dilbata Dhufu Afrikaa Kibbaatti Jalqabu 


Ministarri Dhima Alaa Yunaayitid Isteetis Daawwanaa Isaanii Afrikaa Dilbata Dhufu Afrikaa Kibbaatti Jalqabu 
please wait

No media source currently available

0:00 0:04:54 0:00

Ministarri Dhima Alaa Yunaayitid Isteetis Daawwanaa Isaanii Afrikaa Dilbata Dhufu Afrikaa Kibbaatti Jalqabu 

Ministarri Dhimma Alaa Yunaayitid Isteetis – Antoonii Blinken, daawwannaa biyyoota Afrikaa sadii keessatti geggeessuuf karoorfatan Dilbata dhufu kana Afrikaa Kibbaatti jalqabuuf jiran. Tarsiimoolee biyyi isaanii biyyoota Afrikaa Uffee Sahaaraa Gadii irratti qabdu ilaalchisee Afrikaa Kibbaatti haasawa guddaa dhageessisuuf jiru jedhanmee eegama.

Beektonni Sagalee Ameerikaatti akka himanitti, yaaddoon qabinsa mirga namoomaa ajandaa isaanii angafa tahuu mala.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG