Xurree ittiin seenan

Breaking News

Magaalli Nagaasaakki Yaadannoo Boombii Atoomiikii waggaa 77ffaa taasiftee jirti


Faayilii: Yaadannoo waggaa 76ffaa Haleellaa Nakasaakii Irratti raawwatamee fi siidaa dhaabate irratti gugeen ennaa gad dhiisamtu Hagayya 9, 2021
Faayilii: Yaadannoo waggaa 76ffaa Haleellaa Nakasaakii Irratti raawwatamee fi siidaa dhaabate irratti gugeen ennaa gad dhiisamtu Hagayya 9, 2021

Magaalli biyya jaappaan Nagaasaakiin waggaa 77ffaa boombii Atomiikii Yunaayitid Isteetsn rukutamtee qibxataa har’aa hagayya 9 yaadattee jirtii. Sirna yaadannoo kana irratti kan haasaa godhan Muummeen mistiraa Jaappan Fumiyoo Kishiidaa yeroo amma kanaas sodaa meeshaa nuukleeraa jiruu ibsaniiru.

Paarkii Nageenyaa Nagaasaaki keessatii sirnaa yaadannoo namoottan balaa sanaan dhumanii boodaa kan haasaa dhageesisan muummeen ministiraa Jaappan, “jaappaan adeemsaa ishee karaa addunyaa nikuleeraan ala taatee irraa taasistuu itti fuftii” jedhanii,“sodaan Meeshaa nukileeraa fi haalli itti fayyadamuu danda’uu waan mul’achaa jiruudhaa. Sochiin aduunyaa nukileeraa irraa bilisaa taate umuuf taasifamuu gara boodaatti deebi’aa jira.

Meeshaa nukleeraatiin doggogoraa isa darbee wajjin walfakkatuu akka hin raawwanee gaafii koo itin fufaa” jedhaniru.

Kantiibaan magalaa Nagaasaakki Tomihishaa Taa’u gamma isaaniitiin “meeshaan nikuleeraa kan hojii irraa oluu danada’u yoo jiraataniidhaa. Karaan egeree dhalanamaa baraaruu dandeenyuu yoo meeshichaa baleesinee qofaa” jechuun isaanii gabaasameera.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG