Xurree ittiin seenan

Breaking News

Keeniyaan Rakkoolee Dabran Irraa Barattee Of Sirreessuun Amma Filannoo Naga-qabeessa Geggeessite, Jedhu Hayyoonni  


Keeniyaan Rakkoolee Dabran Irraa Barattee Of Sirreessuun Amma Filannoo Naga-qabeessa Geggeessite, Jedhu Hayyoonni
please wait

No media source currently available

0:00 0:07:20 0:00

Keeniyaan Rakkoolee Dabran Irraa Barattee Of Sirreessuun Amma Filannoo Naga-qabeessa Geggeessite, Jedhu Hayyoonni

Filannoo Keeniyaa ka bara 2022 kaleessa gaggeeffame xumuramee harra sagaleen lakkaawamaa jira. Boordiin filannoo biyyattii ba’iiwwan filannoo maxxansaa ka jiru yoo tahu, ba’iin filannoo ka xumuraa, hanga hundinuu ilaalamee sirrii ta’uun isaa raggaasisamutti kan hin labsamne tahuun himamee jira. Keeniyaa,

Marsaabeet irraa gorsaan dinagee Goollich Soraa, “Keeniyaan dogoggoora ammaan dura mul’ate irraa barattee of sirreessaa waan dhufteef amma filannoo qajeelaa geggeessuu dandeesse,” jedhan. Keessumaa biyyattii keessatti dhaabbileen mootummaa of danda’anii ijaaramuun dimookrasii amma mullataa jiruuf bu’ura ta’uu himan.

Gama biraan filannoo kana taajjabuuf ka keeniyaa jiran Dura taa’aan KFO Piroofeeser Mereraa Guddinaa, filnnoon kun nagaan ka gaggeeffamaa jiru ta’uu hubachuu isaanii VOA’f himanii jiran.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG