Xurree ittiin seenan

Breaking News

Ba'iin xumuraa Filannoo Prezidaantumaa Keenyaa Irratti Gabaasaaleen Adda Addaa Bahaa Jiru.


Faayilii-Lammiiwwan Keenyaa ba'ii filannoo eegaa jiran
Faayilii-Lammiiwwan Keenyaa ba'ii filannoo eegaa jiran

Yemmuu bu’iin filannoo keniyaa eegamaa jiruu kannatti, komishiiniin filannoo biyyatti bu’ii lakoofsaa sagalee karaa masaritiitin maxxansaa ture dhaabeeraa ykn qabbaneeseraa jechuudhaan gabasaa midiyaaleen biyyatti kamsaa kaleesaa gabaasanii iraati Taajabadonii filanoo fi gareewwan midiyaa yaachisuun isaa gabasamee jira.

Gabasaa dhaabbanii midiyaa Neetworkii Televijinii Keniyaan,NTV keniyaa fi dhaabanni Telvijiinii Sitizin jedhaman sochiin bu’ii lakkofsa sagalee tooraa interneetaa irratti ifatti maxxansuu dhaabatee jiraa jechuu isaanii kana hordoofuudhaan, manii maree dhimmaa midiyaa inni mootumaan dhaabee hojichii akka hin dhaabbaneef midiyaaleenis akka odeeffannoo ifaa hin goonee akka hin taasifamnee ibsuu isaa maddi oduu Asoosheetid Prees ibsee jira.

Itti gaafatamaan maree midiyaa keniyaa Deeviid Omwooyoo Akka AP himanitti akka gabaasnii wa’ee lakkoofsa sagaalee dhaabbatuu eenyu iyyuu eenyuunuu hin gaafanee jedhaniiru.

Filannoo Keniyaa qibxata darbe taasifamee ilaalchisee gabaasaleen amma amaatti Raayilaa Odiingaa fi Wiliyaam Ruutoo Sagalee walqixaa waan galmeessaa jiraaniif , nama moo’e addaan baasuuf filanoon biraa isaan lamman giduutti taasifamuu ni dan’ada.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG