Talaalii haaraa kana kan Amerikaa keessa maadheeffate kaampaanii Madarnaan kan oomishame yoo ta’u ga’eessotaaf qaamnii isaanii dandeetti ittiin dhukkuba of-irraa ittiin ittisuu jabeessa jedhameejira.
Kunis yaaliif kennamee vaayrasii gosa lameenii irratti bu’aa akka qabuu fi sababaa isaan midhaan fayyaa jabaan dhaqqabe akka hin jirre ibsamee jira.
Forum