Itti aanaa prezidaantii Keniyaa kan turan Wiliyaam Ruutoo prezidaantii ta’uun injifachuu isaanii hogganaan komishiina filannoo kan Keniyaa wiixata har’a labsee jira.Kunis ba’ii filmaatichaa fudhatama dhabsisuun komishinaroota hedduun falmiin kan dhiyaate ta’uus injifachuun Ruutoo ibsamee jira.
Dura ta’an komiishiina walabaa kan filannoo fi daangaalee Waafula Vhebukaatii akka jedhantiRuutoon sagalee Miliyoon 7.18 ykn harka 50.49 kan argatan yoo ta’u Raa’ilaa Odingaa Miliyoona 6,94 ykn harka 48.85 filannoo Hagayya 9 bara 2022 gaggeeffameen argatanii jiru.
Forum