Xurree ittiin seenan

Breaking News

Marii Gaazexeessaa Ispoortii Wajjin Taasisame


Marii Gaazexeessaa Ispoorii Wajjin Taasisame
please wait

No media source currently available

0:00 0:06:58 0:00

Marii Gaazexeessaa Ispoorii Wajjin Taasisame

Akka Lakkoofsaa Itiyoophiyaatti Bara 1975 Sirreessaa Qubee ykn proof reader ta’ee Gaazexaa Mootummaa Afaan oromootiin Maxansamuu BARIISAA irratii Hojii eegalee. Bara 1979 ti itti aanaa qopheessaa fuulaa spoortii Barisaa ta’ee. Bara 1983 ALI kaasee qopheessaa ykn gulaalaa fuulaa spoortii Barisaa ta’ee waggaa Soddomman darbaniiffi ojjachaa jiraa.

Olompiikii fi Tapha kubbaa miilaa Aduunyaa dabalatee biyyoottan 8 ta’an keessatti Argamuudhaan spoortii gabaaseeraa. Keessummaan qophii spoortii keenyaa har’aa Gaazexeessaa Tashoomee Qadiidaa.

Waa’ee eessaa ka’uumsaa fi eessaa ga’uumsa spoortii Atileetikissii Itiyoophiyaa, waa’ee waldorgomii sadarkaa Adduunyaa tibbanaa taasifamanii fi bu’ii argamee,akkasumas wa’ee madda Atileetotaa Itiyoophiyaa sochii sportii naannoo Oromiyaa ija kaleessaatii fi har’aatiin ilaaluu irratii marii taasifnee jirra.

Sirreessaa qubee irraa maaliif garaa gabaasaa Spoorti seene? Gabaasaa waan biraa maaliif hin taanee? Gaaffii jedhuuf deebi inni kenne irraa ka’uudhaan qophiin sportti keenyaa jalqaba.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:58 0:00
More
XS
SM
MD
LG