Xurree ittiin seenan

Breaking News

Chaayinaan Namoota Siyaasaa Kan Taayiwaan Irra Ugguura Keesse


 Faayilii-Dubartiin jalqabaa Ameerikaatti ambaasaaddara yeroofii Taayiwaan ta'uun kan tajaajilan Hsiao Bi-khim
Faayilii-Dubartiin jalqabaa Ameerikaatti ambaasaaddara yeroofii Taayiwaan ta'uun kan tajaajilan Hsiao Bi-khim

Chaayinaan Taaywaan irratti dhiibbaa gootu itti fufuun akkasumas daawwannaa miseensonni kongreesa Amerikaa wal duraa duuba Taaywaan keessatti gaggeessaniif deebii kan ta’u, namoota siyaasaa kan Taaywaan irratti ugguura Vizaa fi kanneen biroo Kibxata har’a keessee jirti.

Chaayinaan Taaywaan mootummoota biyyoota alaa wajjiin qunnamtii akka qabaattu kan mormituu yoo ta’u kanaafis sababaa ishee, Taaywaan kan kootii jechuun dhiyeenya kana immo humna waraanaan kan qabachuuf jirtu ta’u ibsiti.

Dubbii himaan ministrii dantaa alaa Amerikaa Need Praayis waashingtan keessatti oduu gabaastotaaf akka ibsanti, Chaayinaan gara jalqaba baatii kanaatti, daawwannaa jilli kongreesaa Taaywaan keessatti gaggeessee kan ilaaleen deebii barbaachisaa hin taanee fi tuttuqqaa ta’e laatte jedhan.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG