Xurree ittiin seenan

Breaking News

Angawaan Paartii Baaytonaa Ana Harka Hi Jiran:Polisii Fedeeraalaa


Faayilii- Itti gaafatamaa hariiroo alaa paartii siyaasaa Baaytoonaa obbo Kibrom Berhe
Faayilii- Itti gaafatamaa hariiroo alaa paartii siyaasaa Baaytoonaa obbo Kibrom Berhe

Paartii siyaasaa Baaytonaaf itti gaafatamaa hariiroo alaa kan ta’an fi Adooleessa 3 bara 2014 to’annaa jala kan oolan obbo Kibroom Berhee isa harka akka hin jirre polisiin Fedeeraalaa har’a mana murtiif Ibsee jira.

Polisiin Finfinnee ragaa itti Obbo Kibroomiin polisii Fedeeraalaatti dabarsee kenna akka dhiyeessuuf torban dabree manni murtii kan ajajee ta’uus, garu har’a ituu hin dhiyeessiina hafan.

Maatiin shakkamaa kanaa haga har’atti eessa akka jiru ibsamuu dhabuun yaaddeessaa ta’u ibsan. Obbo Kibroom waliin kan qabaman shakkamtonni 20 mana murtii sadarkaa duraa Finfinnee ramaddii Aqaaqii Qaalitti tti dhiyaatanii, wabiin akka ba’an Adooleessa 5 bara 2014 murteeffamee ture.Garu wabiin ituu hin gadhiifamiin dura bakka hin beekamneetti geeffaman jechuun Gabra mikaa’eel Gabra Medhiin Finfinnee irraa gabaasee jira.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG