Xurree ittiin seenan

Breaking News

Itiyoophiyaatti Daayreekteerri Jaarmayaa Misooma Sadarkaa Addunyaa Amerikaa(USAID) Baahir Daar Jiru


Faayilii-Mr. Shaan Joons
Faayilii-Mr. Shaan Joons

Shaan Joons har’a magaalaa Baahir Daar daawwataa kan jiran yoo ta’u aangawoota mootummaa fi michoota naannoo Sanaa wajjiin wal arguuf ta’uun ibsamee jira.

USAID bulchiinsa naannoo Amaaraa keessatti waggoota dabran lama keessatti Doolaara Miliyoona 400 fi miliyoona 30 baasuu isaa ibsamee jira.Uummanni Amaaraa yeroo waan isa barbaachisaa jiru kanatti deggersa gochuuf iddoo kana jirra jechuun aangawaan kun oduu gabaastotaaf ibsan.

Guyyaa har’as naannoo magaala Baahir Daar keeessa kan jiru bakka daahannaa namoota jireenya isaanii irraa buqqa’anii kan daawwatan Joons, dargaggoota dhaloota borii 750 ooguuma ittisa balaan leenjisuuf kan ooluu Doolaaraa miliyoona 8 fi kokoolaataa USAID 8 waajiira eegumsa Fayyaa naannoo sanaaf kan kennamu ta’u labsan.

USAID baatii dabree keessa rakkoo caamaa Itiyoophiyaa mudateef kan ooluu Doolaara Miliyoona 400 fi Miliyoona 88 kan kenne ta’u isaa Asteer Misgaanaaw Baahir Daar irraa gabaastee jirti.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG