Xurree ittiin seenan

Breaking News

Amerikaa fi Koriyaan Kibbaa Shaakala Waraanaa Jabaa Gaggeessu Jalqaban


Kooriyaa kibbaa fi Yunaayitid Isteetis shaakala waraanaa cimaa geggeessuu jalqaban Hagayya 22,2022
Kooriyaa kibbaa fi Yunaayitid Isteetis shaakala waraanaa cimaa geggeessuu jalqaban Hagayya 22,2022

Yunaaytid Isteetsii fi Koriyaan Kibbaa waggoota keessatti shaakala waraanaa guddicha kan jedhame wiixata har’a walii wajjiin jalqabanii jiru. Kunis doorsiisa Koriyaa kaabaa biraa dabalaa deeme dura dhaabchuuf akka ta’e aangawoonni Koriyaa Kibbaa ibsanii jiru.

Shaakallii biyyoonni lameen walii wajjiin gaggeessan kun torban lama kan fudhatu yoo ta’u, sagantaa shaakala qaamaan argamuun gaggeeffamuu fi meeshaalee teeknikaa gargaaramuun fakkeessanii shaakalu dabalata.Kunis haleellaa koriyaan kaabaa gaggeesitu caasaa akkaan barbaachisaa kan koriyaan kibbaa irratti gaggeesituuf deebii kennamu dabalata.

Forum

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa

Tamsaasa Guyaadhaa Guyyaa
please wait

No media source currently available

0:00 0:29:59 0:00
More
XS
SM
MD
LG